Faarfannaa 105:14, 15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Inni namni kam iyyuu akka isaan cunqursu hin heyyamne;+Kanaa mannaa, isaaniif jedhee mootota ni akeekkachiise;+15 “Warra ani dibe hin tuqinaa;Raajota koo irrattis wanta hamaa tokko illee hin raawwatinaa” jedhe.+
14 Inni namni kam iyyuu akka isaan cunqursu hin heyyamne;+Kanaa mannaa, isaaniif jedhee mootota ni akeekkachiise;+15 “Warra ani dibe hin tuqinaa;Raajota koo irrattis wanta hamaa tokko illee hin raawwatinaa” jedhe.+