-
Uumama 12:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Yeroo kanatti Yihowaan Saaraay haadha manaa Abraamiin+ kan kaʼe Faraʼoonii fi maatii isaa dhaʼicha cimaadhaan ni rukute.
-
-
Uumama 20:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 haadha manaa isaa Saaraa ilaalchisee ammas, “Ishiin obboleettii tiyya” jedhe.+ Kanaafuu, Abimelek mootiin Geraar Saaraatti nama ergee ishii fudhate.+ 3 Boodas Waaqayyo halkan keessa abjuudhaan gara Abimelek dhufee, “Ishiin kan heerumtee fi kan nama kan biraa waan taateef,+ sababii dubartii fudhatte sanaatiin ati ni duuta”+ isaan jedhe.
-