LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 12:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Ani fuulaa fuulatti,*+ karaa namaaf hin galleen utuu hin taʼin ifatti isatti nan dubbadha; inni fuula Yihowaa ni arga. Maarree isin tajaajilaa koo Musee mormitanii dubbachuu kan hin sodaanne maaliifi?”

  • 1 Saamuʼel 24:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Namoota isaatiinis, “Inni isa Yihowaan dibe waan taʼeef, ani gooftaa koo isa Yihowaan dibe irratti harka koo kaasee wanta akkanaa isa irratti raawwachuun Yihowaa duratti wanta hin yaadamne dha”+ jedhe.

  • 1 Saamuʼel 26:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Daawit garuu Abishaayiin, “Ati isa hin miidhin; ofii, namni isa Yihowaan dibe+ irratti harka isaa kaasee, yakka irraa walaba taʼuu dandaʼu jiraa?”+ jedhe.

  • 1 Saamuʼel 31:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis Saaʼol namicha meeshaa waraanaa isaaf baatuun, “Namoonni dhaqna hin qabanne+ kun dhufanii akka na hin waraannee fi gara jabinaan akka na hin dhiphisnetti goraadee kee luqqifadhuutii na waraani” jedhe. Haa taʼu malee, namichi meeshaa waraanaa isaaf baatu baayʼee waan sodaateef isa waraanuu dide. Kanaafuu, Saaʼol goraadee fudhatee irratti kufe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi