-
Hoseʼaa 9:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 “Ani akkuma firii wayinii lafa onaa keessa jiruutti Israaʼeliin nan argadhe.+
Akkuma firii harbuu jalqabaa muka harbuu irra jiruutti abbootii keessan nan arge.
-
-
1 Qorontos 10:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Akkuma isaan keessaa tokko tokko godhan warra waaqolii tolfamoo waaqeffatan hin taʼinaa; waaʼee isaanii, “Sabichi nyaachuu fi dhuguuf ni taaʼe. Achiis sirbuudhaaf ol ni kaʼe”+ jedhamee barreeffameera. 8 Akkuma isaan keessaa tokko tokko halalummaa* raawwatanii guyyaa tokkotti namoonni 23,000 dhuman, nutis halalummaa* raawwachuu irraa haa fagaannu.+
-