Lakkoofsa 25:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Israaʼel yommuu Shitiim+ keessa jiraachaa turetti, sabichi dubartoota Moʼaabii wajjin ejja raawwate.+ Lakkoofsa 25:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Namoonni dhaʼicha sanaan duʼanis walumaa galatti 24,000 turan.+
25 Israaʼel yommuu Shitiim+ keessa jiraachaa turetti, sabichi dubartoota Moʼaabii wajjin ejja raawwate.+