18 Haa taʼu malee, isin wanta guutummaatti balleeffamuu qabu keessaa waan tokko hawwitanii akka hin fudhanneef,+ akkasumas Israaʼel irratti badiisa fiduudhaan+ wanta guutummaatti balleeffamuu qabu akka isa hin gooneef, wanta guutummaatti balleeffamuu qabu irraa fagaadhaa.+