Keessa Deebii 13:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yihowaan akkuma abbootii keetiif kakatetti,+ aarii isaa isa bobaʼaa irraa akka deebiʼuuf, araaraa fi gara laafina akka sitti argisiisuuf, akkasumas akka si baayʼisuuf harki kee wanta badiisaaf adda baafame* tokko illee hin fudhatin.+ Iyyaasuu 7:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Israa’el cubbuu hojjeteera. Isaan kakuu koo isa akka eeganiif ani isaan ajaje cabsaniiru.+ Wanta guutummaatti balleeffamuu qabu hatanii+ fudhachuudhaan+ qabeenya isaanii gidduu dhokfataniiru.+ Iyyaasuu 7:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Wantoota boojiʼaman sana keessatti uffata gaarii fi bareedaa Shinaar+ irraa dhufe, meetii sheeqilii* 200 fi warqii battee sheeqilii 50 madaalu nan arge; waanan hawweefis nan fudhadhe. Ammas wantoonni sun dunkaana koo keessa lafa keessa awwaalamanii jiru; maallaqichis isaan jala jira.”
17 Yihowaan akkuma abbootii keetiif kakatetti,+ aarii isaa isa bobaʼaa irraa akka deebiʼuuf, araaraa fi gara laafina akka sitti argisiisuuf, akkasumas akka si baayʼisuuf harki kee wanta badiisaaf adda baafame* tokko illee hin fudhatin.+
11 Israa’el cubbuu hojjeteera. Isaan kakuu koo isa akka eeganiif ani isaan ajaje cabsaniiru.+ Wanta guutummaatti balleeffamuu qabu hatanii+ fudhachuudhaan+ qabeenya isaanii gidduu dhokfataniiru.+
21 Wantoota boojiʼaman sana keessatti uffata gaarii fi bareedaa Shinaar+ irraa dhufe, meetii sheeqilii* 200 fi warqii battee sheeqilii 50 madaalu nan arge; waanan hawweefis nan fudhadhe. Ammas wantoonni sun dunkaana koo keessa lafa keessa awwaalamanii jiru; maallaqichis isaan jala jira.”