Baʼuu 21:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Garba Ibricha taʼe yoo bitatte,+ waggaa jaʼaaf garba taʼee si tajaajila; waggaa torbaffaatti garuu homaa utuu hin kaffalin bilisa haa baʼu.+ Leewwota 25:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 “‘Obboleessi kee sitti dhihoo jiraatu tokko hiyyoomee yoo sitti of gurgure,+ hojii garbummaa akka siif hojjetu isa hin dirqisiisin.+
2 “Garba Ibricha taʼe yoo bitatte,+ waggaa jaʼaaf garba taʼee si tajaajila; waggaa torbaffaatti garuu homaa utuu hin kaffalin bilisa haa baʼu.+
39 “‘Obboleessi kee sitti dhihoo jiraatu tokko hiyyoomee yoo sitti of gurgure,+ hojii garbummaa akka siif hojjetu isa hin dirqisiisin.+