LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 12:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Haa taʼu malee, yeroo dharraatu hundumaatti akkuma Waaqni kee Yihowaan magaalota* kee hundumaa keessatti si eebbisetti qalattee foon nyaachuu dandeessa.+ Akkuma borofa yookiin gadamsa nyaattutti, namni xuraaʼaanis taʼe namni qulqulluun isa nyaachuu ni dandaʼa.

  • Keessa Deebii 14:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Horiiwwan nyaachuu dandeessan kanneen kana dha:+ qotiyyoo, hoolaa, reʼee, 5 gadamsa, borofa, borofa akaakuu kan biraa, reʼee bosonaa, bosonuu, hoolaa bosonaa fi hoolaa gaaraa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi