LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 12:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Hoolaan sun mudaa kan hin qabnee+ fi xobbaallaa waggaa tokkoo taʼuu qaba. Xobbaallaa hoolaa yookiin reʼee keessaa filachuu dandeessu. 6 Jiʼa kana keessa hamma guyyaa 14ffaatti+ isa kunuunsaa; achiis guutummaan yaaʼii Israaʼel yeroo dimimmisaaʼu* isa haa qalu.+

  • 2 Seenaa Baraa 35:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yosiyaas sabichaaf, jechuunis warra achitti argaman hundumaatiif aarsaawwan Faasikaatiif akka taʼanitti, hoolota xobbaallaa kormaa fi reʼoota xobbaallaa kormaa walumaa galatti bushaayee 30,000, akkasumas loon 3,000 ni kenne. Kanneen kun qabeenya mootichaa keessaa kan kennaman turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi