Yohaannis 2:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yeroo kanatti Ayyaanni Faasikaa+ Yihudootaa dhihaatee waan tureef, Yesuus gara Yerusaalemitti ol baʼe. Yohaannis 11:55 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 55 Yeroo kanatti Faasikaan+ Yihudootaa dhihaatee waan tureef, namoonni hedduun Faasikaan gaʼuu isaa dura akka sirna amantiitti of qulqulleessuuf baadiyyaadhaa gara Yerusaalem dhaqan.
13 Yeroo kanatti Ayyaanni Faasikaa+ Yihudootaa dhihaatee waan tureef, Yesuus gara Yerusaalemitti ol baʼe.
55 Yeroo kanatti Faasikaan+ Yihudootaa dhihaatee waan tureef, namoonni hedduun Faasikaan gaʼuu isaa dura akka sirna amantiitti of qulqulleessuuf baadiyyaadhaa gara Yerusaalem dhaqan.