LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 13:12-15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Magaalota akka keessa jiraattuuf Waaqni kee Yihowaan siif kenne keessatti akkana yommuu jedhamu ni dhageessa taʼa: 13 ‘Namoonni gatii hin qabne namoota magaalaa isaanii keessa jiraatan karaa irraa jalʼisuuf, “Dhaqnee waaqolii kan biroo haa tajaajillu” jedhan si gidduudhaa baʼaniiru; waaqoliin sun immoo warra isin hin beekne dha;’ 14 atis qorannoo guddaa gochuu fi iyyaafachuudhaan dhimma sana qulqulleeffadhu;+ wanti jibbisiisaan kun si gidduutti dhugumaan raawwatamuun isaa yoo mirkanaaʼe, 15 jiraattota magaalaa sanaa mamii tokko malee goraadeedhaan rukutii ajjeesi.+ Horiiwwan ishii keessa jiran dabalatee magaalattiis taʼe wanta ishii keessatti argamu hundumaa guutummaatti goraadeedhaan balleessi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi