-
Keessa Deebii 17:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Dhimmi kun yoo sitti himame yookiin waaʼee isaa yoo dhageesse, dhimmicha akka gaariitti qoradhu. Wanti jibbisiisaan kun Israaʼel keessatti raawwatamuun isaa yoo mirkanaaʼe,+ 5 dhiiras taʼe dubartii nama wanta hamaa kana raawwate gara karra magaalattiitti fidi; namni sunis dhagaadhaan tumamee haa ajjeefamu.+
-