2 Mootota 15:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Bara sanatti Yihowaan, Reezin mootii Sooriyaa fi Peeqaa+ ilma Remaaliyaa Yihudaa irratti ni erge.+ Isaayyaas 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Bara Akaaz+ ilma Yotaam, ilma Ooziyaa isa mootii Yihudaa taʼetti, Reezin mootiin Sooriyaa fi Peeqaan+ ilmi Remaaliyaa mootiin Israaʼel, Yerusaalemiin waraanuuf ol ni baʼan; taʼus inni* ishii qabachuu hin dandeenye.+
37 Bara sanatti Yihowaan, Reezin mootii Sooriyaa fi Peeqaa+ ilma Remaaliyaa Yihudaa irratti ni erge.+
7 Bara Akaaz+ ilma Yotaam, ilma Ooziyaa isa mootii Yihudaa taʼetti, Reezin mootiin Sooriyaa fi Peeqaan+ ilmi Remaaliyaa mootiin Israaʼel, Yerusaalemiin waraanuuf ol ni baʼan; taʼus inni* ishii qabachuu hin dandeenye.+