2 Mootota 15:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Bara sanatti Yihowaan, Reezin mootii Sooriyaa fi Peeqaa+ ilma Remaaliyaa Yihudaa irratti ni erge.+ 2 Seenaa Baraa 28:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Isaan Yihowaa isa Waaqa abbootii isaanii taʼe waan dhiisaniif, Peeqaan+ ilmi Remaaliyaa Yihudaa keessatti guyyaa tokkotti namoota 120,000 kan ajjeese yeroo taʼu, hundi isaaniis namoota onnatoo turan.+
37 Bara sanatti Yihowaan, Reezin mootii Sooriyaa fi Peeqaa+ ilma Remaaliyaa Yihudaa irratti ni erge.+
6 Isaan Yihowaa isa Waaqa abbootii isaanii taʼe waan dhiisaniif, Peeqaan+ ilmi Remaaliyaa Yihudaa keessatti guyyaa tokkotti namoota 120,000 kan ajjeese yeroo taʼu, hundi isaaniis namoota onnatoo turan.+