-
2 Mootota 16:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Reezin mootiin Sooriyaa fi Peeqaan ilmi Remaaliyaa mootiin Israaʼel, Yerusaalemiin waraanuuf kan ol baʼan yeroo kanatti ture.+ Isaan Akaazitti kan marsan taʼus magaalattii qabachuu hin dandeenye.
-
-
Isaayyaas 7:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Bara Akaaz+ ilma Yotaam, ilma Ooziyaa isa mootii Yihudaa taʼetti, Reezin mootiin Sooriyaa fi Peeqaan+ ilmi Remaaliyaa mootiin Israaʼel, Yerusaalemiin waraanuuf ol ni baʼan; taʼus inni* ishii qabachuu hin dandeenye.+ 2 Achiis, “Sooriyaan Efreemii wajjin tokkummaa uumteetti” jedhamee mana Daawititti himame.
Garaan Akaazii fi garaan uummata isaas, akkuma mukeetiin bosonaa qilleensaan raafamanitti raafamuu jalqabe.
-