LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 18:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yoo si dhagaʼuu dide garuu, wanti hundi ragaa* namoonni lama yookiin sadii dhiheessaniin waan mirkaneeffamuuf,+ nama tokko yookiin nama lama fudhadhuu dhaqi.

  • Yohaannis 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kana malees Seeruma keessan keessatti illee, ‘Wanti namoonni lama ragaa baʼan dhugaa dha’+ kan jedhu barreeffameera.

  • 1 Ximotewos 5:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Ragoonni lama yookiin sadii ragaa yoo dhiheessan malee,+ himata maanguddoo* irratti dhihaatu hin fudhatin.

  • Ibroota 10:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Namni Seera Musee cabse kam iyyuu namoonni lama yookiin sadii yoo ragaa isa irratti baʼan gara laafina tokko malee ajjeefama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi