Keessa Deebii 19:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 “Balleessaa yookiin cubbuu namni tokko raawwate kamiif iyyuu ragaa namni tokko dhiheessuun itti murteeffamuu* hin qabu.+ Dhimmi tokko ragaa* namoonni lama yookiin sadii dhiheessaniin haa mirkaneeffamu.+ Maatewos 18:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yoo si dhagaʼuu dide garuu, wanti hundi ragaa* namoonni lama yookiin sadii dhiheessaniin waan mirkaneeffamuuf,+ nama tokko yookiin nama lama fudhadhuu dhaqi.
15 “Balleessaa yookiin cubbuu namni tokko raawwate kamiif iyyuu ragaa namni tokko dhiheessuun itti murteeffamuu* hin qabu.+ Dhimmi tokko ragaa* namoonni lama yookiin sadii dhiheessaniin haa mirkaneeffamu.+
16 Yoo si dhagaʼuu dide garuu, wanti hundi ragaa* namoonni lama yookiin sadii dhiheessaniin waan mirkaneeffamuuf,+ nama tokko yookiin nama lama fudhadhuu dhaqi.