Lakkoofsa 35:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 “‘Namni nama* ajjeese kam iyyuu ragoonni yoo isa irratti ragaa baʼan+ nama lubbuu balleesse waan taʼeef haa ajjeefamu;+ haa taʼu malee, eenyu iyyuu ragaa namni tokko qofti isa irratti baʼuun ajjeefamuu hin qabu. Keessa Deebii 17:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Namni duʼuu qabu tokko ragaa* namoonni lama yookiin namoonni sadii dhiheessaniin+ haa ajjeefamu. Namni kun ragaa namni tokko dhiheessuun ajjeefamuu hin qabu.+
30 “‘Namni nama* ajjeese kam iyyuu ragoonni yoo isa irratti ragaa baʼan+ nama lubbuu balleesse waan taʼeef haa ajjeefamu;+ haa taʼu malee, eenyu iyyuu ragaa namni tokko qofti isa irratti baʼuun ajjeefamuu hin qabu.
6 Namni duʼuu qabu tokko ragaa* namoonni lama yookiin namoonni sadii dhiheessaniin+ haa ajjeefamu. Namni kun ragaa namni tokko dhiheessuun ajjeefamuu hin qabu.+