Lakkoofsa 35:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 “‘Namni nama* ajjeese kam iyyuu ragoonni yoo isa irratti ragaa baʼan+ nama lubbuu balleesse waan taʼeef haa ajjeefamu;+ haa taʼu malee, eenyu iyyuu ragaa namni tokko qofti isa irratti baʼuun ajjeefamuu hin qabu. Keessa Deebii 19:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 “Balleessaa yookiin cubbuu namni tokko raawwate kamiif iyyuu ragaa namni tokko dhiheessuun itti murteeffamuu* hin qabu.+ Dhimmi tokko ragaa* namoonni lama yookiin sadii dhiheessaniin haa mirkaneeffamu.+
30 “‘Namni nama* ajjeese kam iyyuu ragoonni yoo isa irratti ragaa baʼan+ nama lubbuu balleesse waan taʼeef haa ajjeefamu;+ haa taʼu malee, eenyu iyyuu ragaa namni tokko qofti isa irratti baʼuun ajjeefamuu hin qabu.
15 “Balleessaa yookiin cubbuu namni tokko raawwate kamiif iyyuu ragaa namni tokko dhiheessuun itti murteeffamuu* hin qabu.+ Dhimmi tokko ragaa* namoonni lama yookiin sadii dhiheessaniin haa mirkaneeffamu.+