LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 20:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Edoom garuu, “Biyya keenya keessa hin darbitu. Yoo darbite garuu, goraadeedhaan siin loluuf sitti nan baʼa” isaan jedhe. 19 Israaʼelonni garuu deebisanii, “Nuti daandii isa guddaa qabannee ol ni baana; nutis taane horiin keenya bishaan kee yoo dhugne gatii isaa ni kaffalla.+ Miilaan keessa darbuu malee homaa hin barbaannu”+ isaan jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi