5 Ani lafa isaanii irraa iddoo hamma faana miilaa geessu illee isiniif waan hin kennineef, isaanii wajjin diinummaa hin uuminaa; sababiin isaas, ani Gaara Seʼiir Esaawuf dhaalaan kenneera.+ 6 Nyaata nyaattaniifis taʼe bishaan dhugdaniif maallaqa isaaniif kaffalaa.+