- 
	                        
            
            Keessa Deebii 13:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Achiis guutummaan Israaʼel kana dhagaʼee ni sodaata; isaanis sana booda wanta hamaa akkanaa matumaa isin gidduutti hin raawwatan.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Keessa Deebii 19:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Warri hafanis kana dhagaʼanii ni sodaatu; isaan sana booda wanta hamaa akkanaa matumaa si gidduutti hin raawwatan.+
 
 -