-
Keessa Deebii 13:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Achiis guutummaan Israaʼel kana dhagaʼee ni sodaata; isaanis sana booda wanta hamaa akkanaa matumaa isin gidduutti hin raawwatan.+
-
-
Keessa Deebii 17:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Namoonni hundis kana dhagaʼanii ni sodaatu; sana boodas gocha of tuulummaa hin raawwatan.+
-