LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 20:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “Diinota kee loluuf gara waraanaa dhaqxee fardeen isaanii, gaariiwwan fardaa isaanii fi loltoota isaanii warra kan kee irra lakkoofsaan baayʼee caalan yommuu argitu isaaniin kan kaʼe hin sodaatin; sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan inni biyya Gibxii keessaa si baase sii wajjin jira.+

  • 2 Saamuʼel 8:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Daawit abbootii fardeenii 1,700 fi loltoota lafoo 20,000 isa irraa ni boojiʼe. Achiis Daawit fardeen gaarii harkisan 100 qofa hambisee, warra kaan hundumaa morgaa isaanii kukkute.+

  • Faarfannaa 20:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Tokko tokko gaariiwwan fardaatti, warri kaanis fardeenitti amanamu,+

      Nuti garuu maqaa Waaqa keenya Yihowaa ni waammanna.+

  • Fakkeenya 21:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Fardi guyyaa waraanaatiif ni qopheeffama,+

      Fayyinni garuu Yihowaa biraa argama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi