Keessa Deebii 17:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Haa taʼu malee, mootichi ofii isaatiif fardeen hedduu walitti qabachuu+ yookiin fardeen dabalataa argachuuf sabichi gara biyya Gibxiitti akka deebiʼu gochuu hin qabu;+ sababiin isaas Yihowaan, ‘Isin matumaa lammata karaa kana irra deebiʼuu hin qabdan’ jedheera. Faarfannaa 20:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Tokko tokko gaariiwwan fardaatti, warri kaanis fardeenitti amanamu,+Nuti garuu maqaa Waaqa keenya Yihowaa ni waammanna.+ Faarfannaa 33:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Fardi fayyina* argamsiisa jedhanii amanamuun abdii gatii hin qabne dha;+Jabinni isaa inni cimaanis miliquuf wabii hin taʼu.
16 Haa taʼu malee, mootichi ofii isaatiif fardeen hedduu walitti qabachuu+ yookiin fardeen dabalataa argachuuf sabichi gara biyya Gibxiitti akka deebiʼu gochuu hin qabu;+ sababiin isaas Yihowaan, ‘Isin matumaa lammata karaa kana irra deebiʼuu hin qabdan’ jedheera.
7 Tokko tokko gaariiwwan fardaatti, warri kaanis fardeenitti amanamu,+Nuti garuu maqaa Waaqa keenya Yihowaa ni waammanna.+
17 Fardi fayyina* argamsiisa jedhanii amanamuun abdii gatii hin qabne dha;+Jabinni isaa inni cimaanis miliquuf wabii hin taʼu.