-
Iyyoob 31:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Ani amanannaa koo warqii irra kaaʼadheera yoon taʼe
Yookiin warqii baʼeessa taʼeen, ‘Ati wabii koo ti!’ jedheera yoon taʼe,+
-
Iyyoob 31:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Ani Waaqa dhugaa isa ol gubbaa jiru waanan ganeef,
Kun balleessaa abbootii murtiitiin nama adabsiisu taʼa ture.
-
-
-