-
Faarfannaa 49:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Warri badhaadhina isaaniitti amanaman,+
Akkasumas warri qabeenya isaanii isa guddaatti of jajan,+
7 Tokkoon isaanii illee matumaa nama kan biraa furuu
Yookiin isaaf jecha Waaqayyoof furii kennuu hin dandaʼan;+
-