Ermiyaas 9:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan akkana jedha: “Namni ogeessi ogummaa isaatti hin boonin;+Namni jabaan jabina isaatti hin boonin;Namni sooressis sooruma isaatti hin boonin.”+ 1 Ximotewos 6:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Warri sirna* ammaa keessatti sooreyyii taʼan, akka of hin tuulle, akkasumas abdii isaanii badhaadhina hin amansiisne+ irra utuu hin taʼin, Waaqa isa wantoota itti gammannu hunda baayʼinaan nuu kennu+ irra akka kaaʼatan ajaji.
23 Yihowaan akkana jedha: “Namni ogeessi ogummaa isaatti hin boonin;+Namni jabaan jabina isaatti hin boonin;Namni sooressis sooruma isaatti hin boonin.”+
17 Warri sirna* ammaa keessatti sooreyyii taʼan, akka of hin tuulle, akkasumas abdii isaanii badhaadhina hin amansiisne+ irra utuu hin taʼin, Waaqa isa wantoota itti gammannu hunda baayʼinaan nuu kennu+ irra akka kaaʼatan ajaji.