Lallaba 5:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Kana malees, Waaqni dhugaan nama tokkoof badhaadhinaa fi qabeenya,+ akka isaanitti gammaduufis dandeettii yommuu kennu, namni sun badhaasa* isaa fudhachuu fi hojii isaa isa jabaatee hojjetetti gammaduu qaba. Kun kennaa Waaqayyoo ti.+ Maatewos 6:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 “Egaa, hundumaa dura Mootummichaa fi qajeelummaa isaa barbaaduu keessan itti fufaa; wantoonni kun hundis isiniif ni dabalamu.+ Yaaqoob 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kennaan gaariinii fi kennaan guutuun hundi ol gubbaadhaa,+ Abbaa ifawwan samii,+ isa akka gaaddidduu iddoo isaa jijijjiiruutti hin gegeddaramne+ biraa gad buʼa.
19 Kana malees, Waaqni dhugaan nama tokkoof badhaadhinaa fi qabeenya,+ akka isaanitti gammaduufis dandeettii yommuu kennu, namni sun badhaasa* isaa fudhachuu fi hojii isaa isa jabaatee hojjetetti gammaduu qaba. Kun kennaa Waaqayyoo ti.+
33 “Egaa, hundumaa dura Mootummichaa fi qajeelummaa isaa barbaaduu keessan itti fufaa; wantoonni kun hundis isiniif ni dabalamu.+
17 Kennaan gaariinii fi kennaan guutuun hundi ol gubbaadhaa,+ Abbaa ifawwan samii,+ isa akka gaaddidduu iddoo isaa jijijjiiruutti hin gegeddaramne+ biraa gad buʼa.