LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 8:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Ati nyaattee yommuu quuftutti biyya gaarii inni sii kenneef Waaqa kee Yihowaa jajadhu.+

  • Lallaba 3:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Gammaduu fi bara jireenyaa isaaniitti wanta gaarii gochuu+ caalaa wanti isaaniif gaarii taʼe tokko illee akka hin jirre nan hubadhe; 13 kana malees, namni hundi nyaachuu, dhuguu fi hojii isaa isa jabaatee hojjete hundumaatti gammachuu argachuu caalaa wanti isaaf gaarii taʼe hin jiru. Kun kennaa Waaqayyoo ti.+

  • 1 Ximotewos 6:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Warri sirna* ammaa keessatti sooreyyii taʼan, akka of hin tuulle, akkasumas abdii isaanii badhaadhina hin amansiisne+ irra utuu hin taʼin, Waaqa isa wantoota itti gammannu hunda baayʼinaan nuu kennu+ irra akka kaaʼatan ajaji.

  • Yaaqoob 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kennaan gaariinii fi kennaan guutuun hundi ol gubbaadhaa,+ Abbaa ifawwan samii,+ isa akka gaaddidduu iddoo isaa jijijjiiruutti hin gegeddaramne+ biraa gad buʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi