-
Keessa Deebii 8:12-14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Ati nyaattee yommuu quuftuu fi manneen gaggaarii ijaarrattee yommuu keessa jiraattu,+ 13 horiin kee fi bushaayeewwan kee yommuu horan, meetiin kee fi warqiin kee yommuu baayʼatu, akkasumas wanta hundumaa baayʼinaan yommuu argattu, 14 garaan kee boonee+ Waaqa kee Yihowaa isa biyya Gibxii keessaa, mana garbummaa jalaa si baase,+
-