Leewwota 7:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Aarsaan midhaanii zayitiidhaan makame+ yookiin goggogaa taʼe+ kam iyyuu garuu kan ilmaan Aaron hundumaa ni taʼa; hundi isaanii gaʼee wal qixa taʼe ni qabaatu.
10 Aarsaan midhaanii zayitiidhaan makame+ yookiin goggogaa taʼe+ kam iyyuu garuu kan ilmaan Aaron hundumaa ni taʼa; hundi isaanii gaʼee wal qixa taʼe ni qabaatu.