Leewwota 20:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “‘Dhiirri yookiin dubartiin eker dubbistuu yookiin raagduu taʼan* kam iyyuu mamii tokko malee haa ajjeefaman.+ Sabichi dhagaadhaan tumee isaan haa ajjeesu. Dhiigni isaanii isaan irra ni taʼa.’” 1 Seenaa Baraa 10:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Akka kanaan Saaʼol Yihowaadhaaf amanamaa waan hin taaneef ni duʼe; sababiin isaas, inni dubbii Yihowaatiif hin ajajmne,+ akkasumas eker dubbistuu ni gaafate;+
27 “‘Dhiirri yookiin dubartiin eker dubbistuu yookiin raagduu taʼan* kam iyyuu mamii tokko malee haa ajjeefaman.+ Sabichi dhagaadhaan tumee isaan haa ajjeesu. Dhiigni isaanii isaan irra ni taʼa.’”
13 Akka kanaan Saaʼol Yihowaadhaaf amanamaa waan hin taaneef ni duʼe; sababiin isaas, inni dubbii Yihowaatiif hin ajajmne,+ akkasumas eker dubbistuu ni gaafate;+