LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “Oduu dhugaa hin taane hin babalʼisin.*+ Hamminaan ragaa baʼuudhaan nama hamaa hin deggerin.+

  • 1 Mootota 21:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Achiis namoonni gatii hin qabne lama seenanii isa dura taaʼanii, “Naabot Waaqayyoo fi mooticha arrabseera!” jedhanii namoota sana duratti isa irratti ragaa baʼuu jalqaban.+ Sana booda, gara qarqara magaalattiitti geessanii dhagaadhaan tumanii isa ajjeesan.+

  • Maarqos 14:56
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 56 Dhugaa dha, namoonni hedduun sobaan isa irratti ragaa baʼu turan;+ taʼus, wanti isaan dubbatan tokko hin turre.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi