LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 9:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Achiis Bidkaar isa ajajaa raayyaa waraanaa isaa taʼeen akkana jedhe: “Kaasiitii maasii Naabot Yezriʼelichaa keessatti isa gati.+ Yommuu anii fi ati walii wajjin gaarii fardaatiin* abbaa isaa Ahaabiin hordofaa turretti Yihowaan murtii kana akka isa irratti dabarse yaadadhu:+ 26 ‘Yihowaan akkana jedha: “Akkuman kaleessa dhiiga Naabotii fi dhiiga ilmaan isaa ilaale,+ ani maasiidhuma kana irratti dhiiga isaaniitiif si irratti haaloo nan baʼa”+ jedha Yihowaan.’ Kanaafuu, akkuma Yihowaan jedhetti, amma fuudhiitii maasicha keessatti isa gati.”+

  • Lallaba 4:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ammas xiyyeeffannaa koo gara gocha hacuuccaa aduu jalatti raawwatamaa jiru hundumaatti nan deebise. Imimmaan warra hacuucamanii nan arge, kan isaan jajjabeessu tokko illees hin turre.+ Warri isaan hacuucan humna qabu turan; kan isaan jajjabeessu tokko illee hin jiru ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi