Uumama 9:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kana malees, ani qaama dhiiga lubbuu keessanii dhangalaasu kam iyyuu itti gaafatamaa nan godha. Uumama jiraataa kam iyyuu itti gaafatamaa nan godha; akkasumas nama kam iyyuu lubbuu obboleessa isaatiif itti gaafatamaa nan godha.+ Leewwota 24:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “‘Namni tokko lubbuu namaa yoo balleesse,* mamii tokko malee haa ajjeefamu.+
5 Kana malees, ani qaama dhiiga lubbuu keessanii dhangalaasu kam iyyuu itti gaafatamaa nan godha. Uumama jiraataa kam iyyuu itti gaafatamaa nan godha; akkasumas nama kam iyyuu lubbuu obboleessa isaatiif itti gaafatamaa nan godha.+