LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 13:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 atis qorannoo guddaa gochuu fi iyyaafachuudhaan dhimma sana qulqulleeffadhu;+ wanti jibbisiisaan kun si gidduutti dhugumaan raawwatamuun isaa yoo mirkanaaʼe,

  • Keessa Deebii 17:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Dhimmi kun yoo sitti himame yookiin waaʼee isaa yoo dhageesse, dhimmicha akka gaariitti qoradhu. Wanti jibbisiisaan kun Israaʼel keessatti raawwatamuun isaa yoo mirkanaaʼe,+

  • 2 Seenaa Baraa 19:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Abbootii murtiitiinis akkana jedhe: “Isin namaaf utuu hin taʼin Yihowaadhaaf waan murteessitaniif, akkasumas yommuu murtii dabarsitan inni isinii wajjin waan jiruuf, wanta gootaniif of eeggadhaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi