Keessa Deebii 24:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “Namni tokko reefuu kan fuudhe yoo taʼe, raayyaa waraanaa keessa galee tajaajiluu hin qabu; hojiin kan biraan akkamii iyyuus isaaf kennamuu hin qabu. Waggaa tokkoof hojii irraa bilisa taʼee mana isaa taaʼuudhaan haadha manaa isaa haa gammachiisu.+
5 “Namni tokko reefuu kan fuudhe yoo taʼe, raayyaa waraanaa keessa galee tajaajiluu hin qabu; hojiin kan biraan akkamii iyyuus isaaf kennamuu hin qabu. Waggaa tokkoof hojii irraa bilisa taʼee mana isaa taaʼuudhaan haadha manaa isaa haa gammachiisu.+