LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 20:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Namni durba kaadhimatee ishii hin fuune jiraa? Gara mana isaatti haa deebiʼu.+ Taʼuu baannaan, inni waraana irratti duʼee namni kan biraan ishii fuudhuu dandaʼa.’

  • Fakkeenya 5:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Burqaan* bishaanii kee kan eebbifame haa taʼu,

      Haadha manaa dargaggummaa keettis gammadi,+

  • Lallaba 9:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Bara jireenyaa kee isa gabaabaa isa inni aduu jalatti siif kenne hundumaatti, guutummaa umurii kee isa gatii hin qabne keessatti haadha manaa tee ishii jaallattuu wajjin gammadi;+ sababiin isaas, kun jireenya kee keessatti carraa* kee ti, hojii cimaa aduu jalatti itti dhamaateefis badhaasa kee ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi