LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 24:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Namni tokko reefuu kan fuudhe yoo taʼe, raayyaa waraanaa keessa galee tajaajiluu hin qabu; hojiin kan biraan akkamii iyyuus isaaf kennamuu hin qabu. Waggaa tokkoof hojii irraa bilisa taʼee mana isaa taaʼuudhaan haadha manaa isaa haa gammachiisu.+

  • Lallaba 9:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Bara jireenyaa kee isa gabaabaa isa inni aduu jalatti siif kenne hundumaatti, guutummaa umurii kee isa gatii hin qabne keessatti haadha manaa tee ishii jaallattuu wajjin gammadi;+ sababiin isaas, kun jireenya kee keessatti carraa* kee ti, hojii cimaa aduu jalatti itti dhamaateefis badhaasa kee ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi