LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 31:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Haa taʼu malee, Israaʼelonni dubartootaa fi ijoollee Miidiyaan boojiʼanii fudhatan. Kana malees, isaan bushaayeewwan isaanii hundumaa, beeladoota isaanii hundumaa fi qabeenya isaanii hundumaa ni saaman.

  • Keessa Deebii 20:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Waaqni kee Yihowaanis dhugumaan harka keetti dabarsee ishii ni kenna; atis dhiira ishii keessatti argamu hundumaa goraadeedhaan rukuti. 14 Taʼus, wanta magaalattii keessaa boojite hundumaa, jechuunis dubartoota, daaʼimman, horii qeʼee fi wanta ishii keessatti argamu hundumaa saamtee fudhachuu ni dandeessa;+ wanta diinota kee irraa boojitee fi Waaqni kee Yihowaan siif kennes ni nyaatta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi