-
Keessa Deebii 25:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Inni hamaan garafamuu qaba yoo taʼe,+ abbaan murtii sun namichi akka ciisu godha; achiis namni sun isa duratti ni garafama. Hammi inni garafamus hammina inni raawwatee wajjin kan wal gitu taʼuu qaba.
-