Isaayyaas 50:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Isa dadhabeef dubbii sirrii taʼetti* fayyadamee akkamitti deebii* akkan kennu akkan beekuuf,+Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan arraba warra baratanii* naaf kenneera.+ Inni ganama ganama na dammaqsa;Akkuma warra barataniitti akkan dhagaʼuuf gurra koo ni dammaqsa.+
4 Isa dadhabeef dubbii sirrii taʼetti* fayyadamee akkamitti deebii* akkan kennu akkan beekuuf,+Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan arraba warra baratanii* naaf kenneera.+ Inni ganama ganama na dammaqsa;Akkuma warra barataniitti akkan dhagaʼuuf gurra koo ni dammaqsa.+