-
Lakkoofsa 35:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Namni sun isa jibbee isa darbachuu isaatiin yookiin hamminaan kakaʼee* wanta tokko isatti darbachuu isaatiin yoo duʼe+ 21 yookiin isa jibbee harka isaatiin isa rukutuu isaatiin kan kaʼe namichi yoo duʼe, namni isa rukute sun mamii tokko malee ni ajjeefama. Inni nama lubbuu balleesse dha. Namni haaloo baʼu yommuu isa argatutti, nama lubbuu balleesse sana ni ajjeesa.
-