LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 23:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 kanaafuu, dhiiga Abeel nama qajeelaa+ sana irraa jalqabee hamma dhiiga Zakkaariyaas ilma Baaraakiyaa, isa mana qulqullummaa fi iddoo aarsaa gidduutti+ ajjeestaniitti, dhiiga namoota qajeeloo lafa irratti dhangalaʼe hundumaatiif itti gaafatamtu.

  • 1 Yohaannis 3:10-12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ijoolleen Waaqayyoo fi ijoolleen Diyaabilos kanaan adda baafamanii beekamu: Namni qajeelina hojjechuu hin amaleeffannes taʼe obboleessa isaa hin jaallanne hundi kan Waaqayyoo miti.+ 11 Ergaan jalqabaa kaasee dhageessan wal jaallachuu akka qabnu kan ibsu dha;+ 12 akka Qaayin isa kan isa hamaa sanaa taʼee fi obboleessa isaa gara jabinaan ajjeese sanaa taʼuu hin qabnu.+ Inni obboleessa isaa kan ajjeese maaliifi? Hojiin isaa hamaa,+ kan obboleessa isaa immoo qajeelaa+ waan tureefi.

  • Yihudaa 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Isaaniif wayyoo! Isaan daandii Qaayin hordofaniiru,+ faayidaa argachuuf jedhanii daandii dogoggoraa Balaʼaam duukaa buʼaniiru,+ akkasumas akkuma Qoraa+ dubbii mormii dubbachuudhaan balleeffamaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi