LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 4:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Abeel garuu bushaayee isaa keessaa warra jalqaba+ dhalatan muraasaa fi cooma isaanii dhiheesse. Yihowaan Abeelii fi aarsaa isaa gammachuudhaan kan ilaale taʼus,+

  • Ibroota 11:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Abeel amantiidhaan aarsaa isa kan Qaayin caalaa gatii qabu+ Waaqayyoof dhiheesse; Waaqayyo kennaa isaa waan fudhateef,*+ karaa amantii sanaa qajeelaa akka taʼe ragaa isaaf baʼame; inni kan duʼe taʼus amma iyyuu karaa amantii isaa dubbachaa jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi