Uumama 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sana booda Qaayin obboleessa isaa Abeeliin, “Kottu, gara dirreetti haa baanu” jedhe. Utuma dirree keessa jiraniis, Qaayin obboleessa isaa Abeeliin rukutee ajjeese.+
8 Sana booda Qaayin obboleessa isaa Abeeliin, “Kottu, gara dirreetti haa baanu” jedhe. Utuma dirree keessa jiraniis, Qaayin obboleessa isaa Abeeliin rukutee ajjeese.+