LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 22:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Yeroo kanatti maleekaan Yihowaa akkana isaan jedhe: “Harree kee akkanatti siʼa sadii kan rukutte maaliifi? Karaan kee fedhii kootiin kan mormu waan taʼeef, kunoo, anumti si dhowwuuf dhufeera.+

  • 2 Pheexiros 2:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Daandii isa sirrii dhiisanii, karaa irraa jalʼataniiru. Daandii Balaʼaam+ ilma Beʼor isa faayidaa argachuuf jedhee hammina hojjete+ sanaa hordofaniiru; 16 haa taʼu malee, inni seera cabsuu isaatiin kan kaʼe ifatameera.+ Harreen dubbachuu hin dandeenye afaan namaatiin dubbattee deemsa maraatummaa raajichaa ittisteetti.+

  • Mulʼata 2:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “‘Haa taʼu malee, waanan itti si komadhu muraasa qaba; namoota barumsa Balaʼaam,+ isa ijoolleen Israaʼel wantoota waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa taʼan akka nyaatanii fi halalummaa*+ akka raawwataniif gufuu isaan dura akka kaaʼu Baalaaqiin+ barsiise sanaa jabeessanii eegan of biraa qabda.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi