-
Lakkoofsa 22:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Waaqayyo garuu Balaʼaamiin, “Isaanii wajjin hin deemin. Isaan kan eebbifaman waan taʼaniif sabicha hin abaarin”+ jedhe.
-
-
2 Pheexiros 2:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Daandii isa sirrii dhiisanii, karaa irraa jalʼataniiru. Daandii Balaʼaam+ ilma Beʼor isa faayidaa argachuuf jedhee hammina hojjete+ sanaa hordofaniiru; 16 haa taʼu malee, inni seera cabsuu isaatiin kan kaʼe ifatameera.+ Harreen dubbachuu hin dandeenye afaan namaatiin dubbattee deemsa maraatummaa raajichaa ittisteetti.+
-